Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Qorontos 15

3 Anis waanan fudhadhe duraan dursee dabarseen isinitti kenneeraatii; akka Katabbiiwwan Qulqulluun dubbatanitti, Al-Masiihiin cubbuu keenyaaf jedhee duʼe; 4 ni qabbarames; akka Katabbiiwwan Qulqulluun dubbatanitti guyyaa sadaffaatti duʼaa kaafame. 5 Inni duraan dursee Keefaatti, ergasiis warra Kudha Lamaanitti mulʼate. 6 Sana booddee yeroo tokkotti obboloota dhibba shanii ol taʼanitti mulʼate; isaan keessaas yoo muraasni boqotan iyyuu hedduun isaanii hamma ammaatti ni jiru.

Veja também