Publicidade

1 João 4

20 Namni, "Ani Allaah nan jaalladha" jechaa obboleessa isaa immoo jibbu kam iyyuu sobduu dha. Namni obboleessa isaa kan arge sana hin jaallanne kam iyyuu Allaah hin argin sana jaallachuu hin dandaʼu. 21 Inni ajaja kana nuu kenneera: Namni Allaah jaallatu kam iyyuu obboleessa ofii isaa jaallachuu qaba.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-