18 Namni Allaah irraa dhalate kam iyyuu akka cubbuu hojjechuutti hin fufne ni beekna; Inni Allaah irraa dhalate sun isa eega; inni hamaan isa tuquu hin dandaʼu. 19 Nu ijoollee Allaaha akka taane, addunyaan guutuunis toʼannaa isa hamaa sanaa jala akka jiru ni beekna.