20 Akkasumas akka Ilmi Allaaha dhufee akka isa dhugaa taʼe sanas beeknuuf hubannaa nuu kenne ni beekna. Nus Ilma isaa isa dhugaa sana, jechuunis Iisaa Al-Masiihitti jirra. Inni Allaah dhugaa ti; jireenya bara baraatis.
Publicidade

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.