Qulqulloota Taʼaa
13 Kanaafuu mudhii qalbii keessanii hidhadhaa; warra of qaban taʼaa; abdii keessanis guutumaan guutuutti ayyaana yeroo Iisaa Al-Masiihiin mulʼatutti isinii kennamu sana irra kaaʼadhaa.