Publicidade

1 Timóteo 2

Qajeelcha Waaʼee waaqeffannaa

1 Egaa ani akka waammachuun, duʼaan, namaaf duʼaa gochuu fi galanni maqaa nama hundaatiin dhiʼeeffamu duraan dursee nan gorsa; 2 nus akka Allaah sodaachuu hundumaan, ulfinaanis jireenya nagaatii fi tasgabbiin jiraannuuf moototaa fi warra taayitaa qaban hundumaafis akkasuma haa godhamu. 3 Kunis gaarii dha; fuula Fayyisaa keenya Allaaha durattis fudhatamaa dha;

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-