Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Xiimotewos 2

9 Akkasumas dubartoonni akka hin malletti mataa dhaʼachuun, warqee yookaan lula naqachuun yookaan uffata gatii guddaa uffachuun utuu hin taʼin akka of qabuu fi naamusaaf taʼutti uffatanii akka of miidhagsan nan barbaada; 10 isaanis akkuma dubartoota, "Nu Allaah sodaanna" jedhaniitti waan gaarii haa hojjetan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também