Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 12

7 akka ani mulʼata akka malee guddaa kanaan of hin tuulleef qoraattiin foon koo waraanu tokko, malaʼikkaan sheeyxaanaa akka na dhiphisuuf naa kenname. 8 Wanni kun akka narraa fagaatuuf siʼa sadii Gooftaa nan kadhadhe. 9 Inni garuu, "Ayyaanni koo si gaʼa; humni koo dadhabbii keessatti guutuu taʼaatii" naan jedhe. Kanaafuu humni Al-Masiihii akka narra boqotuuf waaʼee dadhabbii kootii caalchisee gammaduudhaan akka malee nan boona.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também