Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Oséias 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 3–10 de 11

    3Kottaa Rabbii Allaah haa beeknu;isa beekuufis haa tattaaffannu.Akkuma aduun dhugumaan baatu sanainni dhugumaan ni dhufa;inni akkuma bokkaa gannaa,akkuma bokkaa birraa kan lafa quubsu sanaatti gara keenya ni dhufa.

    8Giliʼaad magaalaa hamootaakan dhiigaan faalamtee dha.

    10Ani mana Israaʼel keessattiwaan suukaneessaa tokko argeera.Achitti Efreem ni sagaagale;Israaʼelis ni xuraaʼe.

  2. Ezequiel 24

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 4–10 de 27

    4Foon murmuramaa, foon murmuramaa filatamaa hundajechuunis tafaa fi cinaacha itti naqi.Lafeewwan filatamoodhaanis isa guuti;

    6" ‘Rabbii Allaahan Gooftaan akkana jedhaatii:" ‘Magaalaa dhiiga namaa dhangalaaftuuf,okkotee xuriin itti qabateexuriin sun irraa hin baʼiniif wayyoo!Utuu ixaa hin buusingumaa gumaa isaa keessaa fuudhii duwwaa hambisi.

    10Qoraan irra tuuli;ibiddas itti qabsiisi.Urgooftuu itti naqiitiifoon isaa akka gaariitti affeeli;lafeen isaas haa gubamu.

  3. Apocalipse 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 6–14 de 22

    6Namni gurra qabu waan Hafuurri waldoota kiristaanaatiin jedhu haa dhagaʼu.

    13Namni gurra qabu waan Hafuurri waldoota kiristaanaatiin jedhu haa dhagaʼu.

    14"Malaʼikkaa Allaaha kan waldaa kiristaanaa Lodooqiyaatti 3:14 Lodooqiyaatti – Lodooqiyaan magaalaa sooromtuu fi magaalaa daldalaa kan guddachaa jirtu turte. Isheenis iddoo jireenya hojjettoota miʼa suufii biyya sanaa irraa hojjetamee turte. Miʼi suufii kunis gurraacha cululuqaa taʼuu isaatiin beekamaa ture. Akkasumas magaalattiin wiirtuu hojii baankiitii fi iddoo Asqelephoos waaqeffatamaan tolfamaan itti waaqeffatamu turte. akkana jedhii barreessi:Ameen, inni amanamaan, dhuga baatuun dhugaatii fi jalqabaan uumama Allaaha sun akkana jedha.

  4. Romanos 9

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 4–30 de 33

    4isaan saba Israaʼel. Ilmummaan, ulfinni, kakuun, seera fudhachuun, tajaajiluu fi waadaan kan isaanii ti.

    14Egaa maal jenna ree? Allaahan jalʼaadhaa? Gonkumaa akkas miti!

    30Egaa maal jenna ree? Namoonni Ormaa kan qajeelummaa duukaa hin buʼin qajeelummaa karaa amantiitiin taʼe argataniiru.

  5. Lucas 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 3–15 de 42

    3Deemaa! Ani akka ilmoolee hoolaa gara gidduu yeeyyiitti isin erga.

    9Dhukkubsattoota achi jiran fayyisaatii, ‘Mootummaan Allaaha isinitti dhiʼaateera’ jedhaa isaanitti himaa.

    15Atis yaa Qifirnaahom, hamma shamaayʼuniitti ol kaafamtaa? Lakki, Siiʼoolitti gad buuta.

  6. Deuteronômio 12

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 19–27 de 32

    19Bara biyya kee keessa jiraattu guutuu akka Lewwota hin daganne of eeggadhu.

    24Ati dhiiga hin nyaatin; akkuma bishaanii lafatti dhangalaasi.

    27Foonii fi dhiiga aarsaa kee kan gubamuu iddoo aarsaa Rabbii Allaah keetii irratti dhiʼeessi. Dhiigni aarsaa keetii iddoo aarsaa Rabbii Allaah keetii biratti dhangalaafamuu qaba; foon isaa garuu nyaachuu dandeessa.

  7. Neemias 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 13–29 de 31

    13Anis Shelemiyaa lubicha, Zaadoq barreessichaa fi Lewwicha Phedaayaa jedhamu tokko itti gaafatamtoota mankuusaalee godheen muude; akkasumas sababii isaan amanamoo taʼaniif Haanaan ilma Zakuur, ilma Mataaniyaa sana gargaaraa isaanii nan godhe. Hojiin isaaniis obboloota isaaniitiif nyaata hiruu ture.

    15Ani bara sana Yihuudaa keessatti namoota guyyaa Sanbataatiin iddoo wayiniin itti cuunfamutti wayinii dhidhiitanii midhaan fidanii, daadhii wayinii, ija wayinii, ija harbuutii fi feʼiisa gosa biraa hunda wajjin harrootatti feʼan nan arge. Isaanis waan kana hunda guyyaa Sanbataatiin Yerusaalemitti fidan. Kanaafuu ani akka isaan guyyaa sana nyaata hin gurgurre isaan nan seere.

    19hin banamne nan ajaje. Akka feʼiisni tokko illee guyyaa Sanbataatiin

    27Nu amma akka isinis dubartoota ormaa fuudhuudhaan waan akka malee hamaa kana hunda hojjettanii Allaah keenyaaf amanamuu diddan dhagaʼuu qabnaa?"

    29Yaa Allaah koo ati isaan yaadadhu; isaan lubummaa, kakuu lubummaatii fi Lewwotaa xureessaniiruutii.

  8. Isaías 58

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 58
    Mostrando versículos 1–9 de 14

    1"Guddisii iyyi; hin qusatin.Akkuma malakataa sagalee kee ol fudhadhu.Saba kootti fincila isaanii,mana Yaaʼikuubitti immoo cubbuu isaanii labsi.

    4Soomni keessan wal loluu fi wal qoccoluudhaan,aboottee hamminaatiin wal tumuudhaan raawwata.Soomni isin harʼa soomaa jirtan kun,akka sagaleen keessan gubbaatti dhagaʼamu hin godhu.

    9Yeroo sana ati ni waammatta; Rabbii Allaahanis deebii siif kenna;ati gargaarsa barbaacha iyyatta; innis, ‘Ani asan jira’ siin jedha."Ati yoo waanjoo cunqursaa, haasaʼa hamminaatii fiquba namatti qabuu of irraa fageessite,

  9. Lucas 20

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 6–44 de 47

    6Yoo nu, ‘Nama biraa dhufe’ jenne garuu namoonni hundinuu akka Yahyaa nabiiʼiyyii taʼe waan amananiif dhagaadhaan nu tumu."

    30Inni lammaffaan,

    44Daawud ‘Gooftaa’ jedhee isa waama. Yoos inni akkamitti ilma isaa taʼuu dandaʼa ree?"

  10. 2 Timóteo 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 13–18 de 18

    13Waan narraa dhageesse sana akka fakkeenya barsiisa dhugaatti amantii fi jaalala Al-Masiihi Iisaatiin qabdu jabeessii qabadhu.

    14Waan gaarii imaanaa sitti kenname sana gargaarsa Hafuura Qulqulluu nu keessa jiraatu sanaatiin eegi.

    18Akka inni guyyaa sanatti Gooftaa irraa araara argatuuf fedhii Gooftaa haa taʼu! Inni Efesoon keessatti karaa baayʼeen akka na tajaajile ati iyyuu sirriitti beekta.

  11. 2 Coríntios 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–17 de 18

    4Amantiin nu karaa Al-Masiihiin fuula Allaaha duratti qabnus kan akkanaa ti.

    8tajaajilli Hafuuraa immoo hammam caalaa ulfina haa qabaatuu ree?

    17Gooftaan Hafuura. Iddoo Hafuurri Gooftaa jiru immoo bilisummaatu jira.

  12. 2 Coríntios 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 3–18 de 21

    3nu yommuu isa ufannutti qullaa hin argamnuutii.

    7Nu amantiidhaan jiraanna malee arguun miti.

    18Kun hundinuus Allaah Al-Masiihiin ofitti nu araarsee fi tajaajila araaraa nuu kenne sana irraa dhufe;

  13. Gálatas 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 4–8 de 18

    4Tokkoon tokkoon namaa hojii mataa isaa haa qoru. Ergasiis utuu nama kaanitti of hin madaalin of qofa jajuu ni dandaʼa;

    7Hin gowwoominaa; Allaahatti qoosuun hin dandaʼamu. Namni waanuma facaafate haammataatii.

    8Namni foonitti facaasu foon irraa badiisa galfata; namni Hafuuratti facaasu immoo Hafuura irraa jireenya bara baraa haammata.

  14. Êxodo 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 5–14 de 22

    5Allaahan immoo, "As hin dhiʼaatin; Sababii iddoon ati dhaabatu kun qulqulluu taʼeef kophee kee baafadhu" jedheen.

    10Kanaafuu ati amma dhaqi. Ani akka ati saba koo Israaʼeloota Gibxi keessaa baaftuuf Faraʼoonitti sin erga."

    14Allaahanis Muusaadhaan, "ANI ANUMA; ati saba Israaʼeliin, ‘Inni ANI ANUMA jedhu sun gara keessanitti na ergeera’ jedhi" jedheen.

  15. Esdras 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 5–23 de 28

    5ilmi Abiishuuwaa, ilmi Fiinehaas, ilmi Eleʼaazaar, ilmi Haaruun lubicha ol aanaa

    20Waan mana qulqullummaa Allaah keetiif barbaadamu kan kennuu feetu hunda mankuusa mootii keessaa fuudhii kenni.

    23Wanni Allaahan shamaayʼun ajaje kam iyyuu mana qulqullummaa Allaah shamaayʼuniitiif of eeggannaadhaan haa godhamu. Maaliif dheekkamsi mootichaa fi ilmaan mootichaatti dhufa?

  16. Eclesiastes 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 7–11 de 12

    7Dadhabbiin nama hundaa afaanuma isaatiif;fedhiin isaa garuu yoom iyyuu hin guutu.

    9Hawwiidhaan jooruu mannaa waan iji argu wayya.Kunis bubbee ariʼuu malee faayidaa hin qabu.

    11Dubbiin akkuma baayʼatuun faayidaa dhaba;yoos wanni sun akkamiin nama kam iyyuu fayyada?

  17. 2 Samuel 22

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 26–33 de 51

    26"Ati nama amanamaatti amanamummaa kee argisiifta;nama mudaa hin qabnettis kan mudaa hin qabne taata;

    27nama qulqulluutti qulqulluu taata;nama jalʼaatti immoo jalʼaa taata.

    33Kan humna na hidhachiisu,kan akka karaan koos nagaa taʼu godhu Allaaha.

  18. Efésios 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–19 de 23

    1Phaawulos isa fedhii Allaahatiin ergamaa Al-Masiihi Iisaa taʼe irraa,Gara qulqulloota Efesoon jiraatan kanneen Al-Masiihi Iisaatti amanamoo taʼanitti:

    4Inni nu fuula isaa duratti qulqullootaa fi warra mudaa hin qabne akka taanuuf utuu addunyaan hin uumaminiin dura isaan nu filateeraatii. Jaalalaanis

    19akkasumas humni isaa inni nu warra amannu keessatti hojjetu hammam guddaa akka taʼe akka beektaniifis nan kadhadha. Humni sunis akkuma jabina guddaa

  19. Salmos 140

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 140
    Mostrando versículos 1–9 de 13

    1Rabbii Allaah, namoota hamoo jalaa na baasi;namoota finciltoota

    4Rabbii Allaah, harka hamootaa narraa eegi;namoota finciltoota warra miilla koo kiyyootti galchuu yaadan jalaa na baasi.

    9Mataan warra na marsanii,hammina afaan isaaniitii baʼuun haa haguugamu.

  20. Jeremias 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 18–25 de 37

    18Egaa ati maaliif Shihoorii bishaan dhuguuf jetteebiyya Gibxi dhaqxa?Maaliifis bishaan laga Efraaxiisdhuguuf jettee Asoor dhaqxa?

    23"Ati akkamitti, ‘Ani hin xuroofne;Baʼaal duukaas hin buune’ jechuu dandeessa?Waan sulula keessatti taʼaa turte yaadadhu;waan hojjechaa turtes qalbeeffadhu.Ati gaala dhalaa asii fiachi fiigduu dha;

    25Miilla kee kophee malee deemuu irraa,laagaa kee immoo dheebuu irraa eeggadhu.Ati garuu, ‘Kun waan abdii hin qabnee dha!Ani waaqeffatamtoota ormaa nan jaalladha;isaan faanas nan buʼa’ jette.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo