Pular para o conteúdo
Publicidade

Colossenses 3

Akka Warra Al-Masiihiin Jiraattota Taasifamaniitti Jiraachuu

1 Egaa isin erga Al-Masiihii wajjin kaafamtanii waan ol gubbaa, mirga Allaaha iddoo Al-Masiihiin taaʼu sana jiru barbaadaa. 2 Waan ol gubbaa yaadaa malee waan lafa irraa hin yaadinaa.

Veja também

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses