13 Malaʼikkaan guddichi mootummaa Faares garuu bultii digdamii tokko naan morme. Sababii ani ilma mooticha mootummaa Faares wajjin achitti hafee tureef hangafoota malaʼikkootaa keessaa Miikaaʼiil na gargaaruuf dhufe.