Publicidade

Daniel 2

26 Mootichis Daaniʼel isa Beelxishaazaar jedhame sanaan, "Ati abjuu ani argee fi hiikkaa isaa natti himuu dandeessaa?" jedhe.

27 Daaniʼelis deebisee akkana jedhe; "Namni ogeessi kam iyyuu, mortuun, tolchituun yookaan ilaaltuun icciitii waan mootichi gaafate sanaa ibsuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru; 28 garuu Allaahan icciitii mulʼisuu tokko shamaayʼun irra jira. Innis wantoota baroota dhufan keessa taʼan Nebukadnezar mootichatti argisiiseera. Abjuun keetii fi mulʼanni utuu ati siree kee irra ciiftuu yaada keetti dhufe kanaa dha:

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-