Pular para o conteúdo
Publicidade

Daniel 3

17 Yaa Mootii, nu yoo boolla ibiddi keessaa balaliʼutti darbatamne, Allaahan nu isa tajaajillu sun nu oolchuu dandaʼa; harka keetii illee nu baasuu dandaʼa. 18 Yaa Mootii, yoo inni nu baasuu baate iyyuu nu waaqeffatamtoota kee akka hin tajaajille yookaan fakkii warqee ati dhaabde sanaaf akka hin sagadne akka beektu barbaanna."

Veja também