Pular para o conteúdo
Publicidade

Filipenses 2

Gad Of qabuu Al-Masiihii Duukaa Buʼuu

1 Kanaafuu gorsa Al-Masiihiin qabdan kam iyyuu taanaan, jaalalaan wal jajjabeessuu kam iyyuu taanaan, tokkummaa Hafuuraa kam iyyuu taanaan, araaraa fi gara laafina kam iyyuu taanaan, 2 gammachuu koo naa guutaa; yaadaan tokko taʼaa; jaalala tokko qabaadhaa; hafuuraa fi kaayyoon tokko taʼaa.

Veja também

Filipenses
Ver todos os capítulos de Filipenses