Pular para o conteúdo
Publicidade

Galaatiyaa 4

13 Yeroo jalqabaatti akka ani sababii dhukkubaatiin injiila isinitti lallabe ni beektu; 14 yoo dhukkubni koo qoramsa isinitti taʼe iyyuu, isin akka waan ani malaʼikkaa Allaaha taʼeetti, akka waan ani Al-Masiihi Iisaa matuma isaa taʼeetti na simattan malee na hin tuffanne yookaan na hin balfine.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também