4 Yommuu yeroon murteeffame sun gaʼetti garuu Allaahan Ilma isaa isa dubartii irraa dhalate, kan seera jalatti dhalate sana erge; 5 kunis akka nu mirga ilmummaa argannuuf warra seera jala jiran furuuf. 6 Sababii isin ilmaan taataniifis Allaahan Hafuura Ilma isaa kan, "Aabbaa, yaa Abbaa" jedhee waamu sana gara keessa garaa keenyaatti erge.
Publicidade
Galaatiyaa 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.