Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 13:15

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

15 Kanaafuu kottaa utuu gargar hin kutin karaa Iisaatiin aarsaa galataa Allaahaf haa dhiʼeessinu; aarsaan kunis dubbii maqaa isaa beeksisuuf afaan keenya keessaa baʼuu dha.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    15 ከናፉ ኮታ ኡቱ ገርገር ህንኩትን ከራ ዬሱሲቲን ኣርሳ ገለታ ዋቃፍ ሃዽኤስኑ፤ ኣርሳን ኩንስ ዱቢ መቃሳ ቤክስሱፍ አፋንኬኘ ኬሳ በኡዸ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    15 Kanaafuu kottaa utuu gargar hin kutin karaa Yesuusiitiin aarsaa galataa Waaqaaf haa dhiʼeessinu; aarsaan kunis dubbii maqaa isaa beeksisuuf afaan keenya keessaa baʼuu dha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.