18 Egaa waan hin geeddaramne kan Allaahan waaʼee isaanii sobuu hin dandeenye lamatu jira; kanaafuu nu warri isatti baqanne abdii fuula keenya dura kaaʼame sana jabeessinee qabachuuf jajjabina guddaa qabna.
Publicidade
Ibroota 6:18
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
18 ኤጋ ዋን ህንጌደረምኔ ከን ዋቅን ዋኤሳኒ ሶቡ ህንደንዴኜ ለመቱ ጅረ፤ ከናፉ ኑ ወር እሰት በቀትኔ አብዲ ፉለኬኘ ዱረ ካአሜ ሰነ ጀቤስኔ ቀበቹፍ ጀጀብነ ጉዳ ቀብነ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
18 Egaa waan hin geeddaramne kan Waaqni waaʼee isaanii sobuu hin dandeenye lamatu jira; kanaafuu nu warri isatti baqanne abdii fuula keenya dura kaaʼame sana jabeessinee qabachuuf jajjabina guddaa qabna.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.