Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 9:28

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

28 akkasuma immoo Al-Masiihiin cubbuu namoota baayʼee baachuuf jedhee yeroo tokko aarsaa taʼeera; yeroo lammaffaa immoo cubbuu baachuuf utuu hin taʼin warra isa eeggachaa jiraniif fayyina fiduuf ni mulʼata.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    28 አከሱመሞ ክርስቶስ ጩቡ ነሞተ ባይኤ ባቹፍ ጄዼ ዬሮ ቶኮ ኣርሳ ተኤረ፤ ዬሮ ለመፋሞ ጩቡ ባቹፍ ኡቱ ህንተእን ወረ እሰ ኤገቻ ጅረኒፍ ፈይነ ፍዱፍ ንሙልአተ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    28 akkasuma immoo Kiristoos cubbuu namoota baayʼee baachuuf jedhee yeroo tokko aarsaa taʼeera; yeroo lammaffaa immoo cubbuu baachuuf utuu hin taʼin warra isa eeggachaa jiraniif fayyina fiduuf ni mulʼata.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.