Pular para o conteúdo
Publicidade

Abbootii Murtii 4:14

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

14 Kana irratti Debooraan Baaraaqiin, "Kaʼi! Guyyaan Rabbii Allaahan Siisaaraa dabarsee harka keetti kenne harʼa. Kunoo Rabbii Allaahan si dura baʼeera" jette. Kanaafuu Baaraaqi namoota kuma kudhan fudhatee Tulluu Taaboor irraa gad buʼe.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    14 ከነረት ዴቦራን ባራቂን፣ "ከእ! ጉያን ዋቀዮ ሲሳራ ደበርሴ ሀርከኬት ኬኔ ሀርአ። ኩኖ ዋቀዮ ስ ዱረ በኤረ" ጄቴ። ከናፉ ባራቅ ነሞተ ኩመ ኩዸን ፉዸቴ ቱሉ ታቦርራ ገድ ቡኤ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    14 Kana irratti Debooraan Baaraaqiin, "Kaʼi! Guyyaan Waaqayyo Siisaaraa dabarsee harka keetti kenne harʼa. Kunoo Waaqayyo si dura baʼeera" jette. Kanaafuu Baaraaqi namoota kuma kudhan fudhatee Tulluu Taaboor irraa gad buʼe.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.