20 Gareen sadanuu malakata isaanii afuufanii okkotee harka isaanii jiru caccabsan. Harka bitaatti guca, harka mirgaatti immoo malakata afuufan qabatanii, "Goraadee Rabbii Allaahatii fi Gidewoon!" jedhanii iyyan.
Publicidade