Pular para o conteúdo
Publicidade

Cânticos 1

2 «Jaalalli keeti daadhii woyni’ii waan caaluuf,

afaan kiyya keessa na sunqadhu.

3 Fooleen fiqiree teetii hin uddootti;

maqaan keeti akka fiqiree dhangalaatuu ti;

tanaaf durri marti si jaalatti.

Veja também