20 Namni ogeessi eessa jira? Hayyuun eessa jira? Falaasamaan bara kanaa eessa jira? Allaahan ogummaa addunyaa kanaa gowwummaa hin goonee ree? 21 Sababii ogummaa Allaahatiin addunyaan karaa ogummaa isheetiin Allaah waan hin beekiniif, Allaahan gowwummaa lallabaatiin warra amanan fayyisuu jaallate.
Publicidade
1 Qorontos 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.