Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Qorontos 2

12 Nu akka waan Allaahan toluma nuu kenne hubannuuf Hafuura Allaah irraa dhufe arganne malee hafuura addunyaa hin arganne. 13 Wanni nu dubbannus kana; nu dubbii Hafuurri nu barsiisuun malee dubbii ogummaan namaa barsiisuun hin dubbannu; dhugaa Hafuuraas dubbii Hafuuraatiin ibsina. 14 Namni foonii wantoota Hafuura Allaaha hin fudhatu; kun isaaf gowwummaadhaatii; wantoonni Hafuuraa waan Hafuuraan qoramaniif inni hubachuu hin dandaʼu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também