Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Yohannis 4

15 Yoo namni kam iyyuu Iisaan Ilma Allaaha akka taʼe dhugaa baʼe, Allaahan isa keessa jiraata; innis Allaah keessa jiraata.

16 Kanaafuu jaalala Allaahan nuuf qabu beekneerra; amanneerras.

Allaahan jaalala. Namni jaalalaan jiraatu Allaah keessa jiraata; Allaahanis isa keessa jiraata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também