Pular para o conteúdo
Publicidade

1 João 4

19 Nu sababii inni duraan dursee nu jaallateef isa jaallanna. 20 Namni, "Ani Allaah nan jaalladha" jechaa obboleessa isaa immoo jibbu kam iyyuu sobduu dha. Namni obboleessa isaa kan arge sana hin jaallanne kam iyyuu Allaah hin argin sana jaallachuu hin dandaʼu.

Veja também