Pular para o conteúdo
Publicidade

1 João 5

6 Inni bishaanii fi dhiigaan dhufe isa kana; innis Iisaa Al-Masiihii dha. Inni bishaanii fi dhiigaan dhufe malee bishaan qofaan hin dhufne. Kanas Hafuuratu dhugaa baʼa; Hafuurri dhugaadhaatii.

Veja também