15 Qooda kanaa akkuma inni isin waame sun qulqulluu taʼe, isinis waan hojjetan hundumaan qulqulloota taʼaa; 16 "Ani qulqulluudhaatii isinis qulqulloota taʼaa"1:16 Lew 11:44,45; 19:2; 20:7 jedhamee barreeffameeraatii.