Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Xiimotewos 6

20 Yaa Xiimotewos, waan imaanaa sitti kenname jabeessii eegi. Oduu Allaahan hin jaallannee fi yaada mormii kan sobaan "Beekumsa" jedhamu irraa fagaadhu; 21 namoonni tokko tokko, "Nu beekumsa akkasii qabna" jechuun amantii irraa badaniiruutii.

Ayyaanni isin wajjin haa taʼu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também