Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Tasaloniiqee 4

Amantoota Warra Lubbuun Hin jirre

13 Yaa obboloota, nu akka isin waaʼee warra rafan sanaa wallaaltan yookaan akka namoota abdii hin qabne kaaniitti gadditan hin barbaannu. 14 Nu erga akka Iisaan duʼee duʼaa kaʼe amannee akkasuma immoo Allaahan warra Iisaatti amananii rafan sana akka isuma wajjin kaasu ni amanna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

1 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 1 Tessalonicenses