23 Allaahan mataan isaa, Allaahan nagaa guutumaan guutuutti isin haa qulqulleessu. Hafuurri keessan, lubbuun keessanii fi dhagni keessan guutuun guyyaa Gooftaan keenya Iisaa Al-Masiihiin dhufutti mudaa irraa haa eegaman.
Publicidade