Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 4

4 Allaahan addunyaa kanaa akka namoonni hin amanin ifa injiila ulfina Al-Masiihii isa fakkaattii Allaaha taʼe sanaa arguu hin dandeenyeef qalbii isaanii jaamseera. 5 Nu akka Iisaa Al-Masiihiin Gooftaa taʼe lallabna malee of hin lallabnu; nu mataan keenya Iisaaf jennee tajaajiltoota keessan. 6 Allaahan, "Dukkana keessaa ifni haa ifu"4:6 Uma 1:3 jedhe sun akka fuula Al-Masiihii irraa ifa beekumsa ulfina Allaaha nuu kennuuf ifa isaa garaa keenya keessatti ibseeraatii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também