Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Provérbios 20

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 21–30 de 30

    21Dhaalli jalqabumatti dafee argamedhumni isaa eebba hin qabaatu.

    24Adeemsi namaa Rabbii Allaahan qajeelfama.Yoos namni kam iyyuu akkamiin karaa ofii isaa hubachuu dandaʼa ree?

    30Abootteen nama madeessu hammina nama irraa qulqulleessa;garaffiin immoo keessa namaa geeddara.

  2. 1 Crônicas 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 1–11 de 19

    1Ergasiis Naahaash mootiin Amoonotaa ni duʼe; ilmi isaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

    8Daawud yommuu waan kana dhagaʼetti Yooʼaabii fi guutummaa loltootaa ni erge.

    11Namoota hafan immoo ajaja obboleessa isaa Abiishaayi jalatti ni hiriirse; isaanis Amoonotatti duulan.

  3. Salmos 139

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 139
    Mostrando versículos 7–19 de 24

    7Hafuura kee biraa ani eessa dhaquun dandaʼa?Fuula kee duraas ani eessatti baqachuun dandaʼa?

    17Yaa Allaah, yaada kee hubachuun akkam ulfaata!Baayʼinni isaas akkam guddaa dha!

    19Maaloo yaa Allaah, ati utuu hamoota fixxee!Warri dhiiga namaa dhangalaaftan, narraa fagaadhaa!

  4. Atos 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 18–43 de 60

    18Ergasii ‘Mootiin waaʼee Yuusuf hin beekin haaraan tokko bulchaa Gibxi taʼe.’

    21Yommuu inni alatti gatametti intalli Faraʼoon fudhattee akka ilma isheetti isa guddifatte.

    43Isin fakkii waaqeffatamtoota waaqeffachuuftolfattanii jechuunis dunkaana Moolekiitii7:43 Moolek – waaqeffatamaa tolfamaa warra Kanaʼaan kan waaqeffatamuu isaa keessa ijoollee gubanii aarsaa dhiʼeessuunis jiru. fiurjii waaqeffatamaa tolfamaa keessan Reefaan7:43 Reefaan – waaqeffatamaa tolfamaa bara durii kan bulchaa pilaaneettii Saatarni jedhamuuti jedhamee waaqeffatamu. ol qabdaniirtu.Kanaafuu ani biyya Baabiloniin gamaattin isin ariʼa.’7:43 Amo 5:25

  5. Gênesis 41

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 41
    Mostrando versículos 32–38 de 57

    32Abjuun kun bifa lamaan Faraʼoonitti kennamuun isaa waan dubbichi Allaahan murteeffameef dha; Allaahanis waan kana dafee ni raawwata.

    37Dubbichis Faraʼoonii fi qondaaltota isaa hunda biratti gaarii ture.

    38Faraʼoonis, "Nama akka namicha kanaa kan Hafuurri Allaaha keessa jiru argachuu dandeenyaa ree?" jedhee isaan gaafate.

  6. Atos 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 7–25 de 28

    7Achittis injiila lallabuu itti fufan.

    24Phisiidiyaa keessa darbanii Phamfiliyaa seenan.

    25Phergeenitti dubbicha lallabanii Axaaliyaatti gad buʼan.

  7. Salmos 18

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 25–46 de 50

    25Ati nama amanamaatti amanamummaa kee argisiifta;nama mudaa hin qabnettis kan mudaa hin qabne taata.

    26Nama qulqulluutti qulqulluu taata;nama jalʼaatti immoo jalʼaa taata.

    46Rabbii Allaahan jiraataa dha! Kattaan koo haa eebbifamu!Allaahan Fayyisaan koo ol ol haa jedhu!

  8. Gênesis 47

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 47
    Mostrando versículos 2–10 de 31

    2Innis obboloota isaa keessaa nama shan filatee Faraʼoonitti dhiʼeesse.

    8Faraʼoon, "Umuriin kee hammam?" jedhee isa gaafate.

    10Kana booddee, Yaaʼikuub Faraʼoonin eebbisee fuula isaa duraa gad baʼe.

  9. Salmos 115

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 115
    Mostrando versículos 2–8 de 18

    2Saboonni maaliif,"Allaahan isaanii eessa jira?" jedhu?

    4Waaqeffatamtoonni isaanii tolfamoon garuu meetii fiwarqee harka namaatiin hojjetamanii dha.

    8Warri isaan tolchankanneen isaan amanatan hundi akkuma isaanii taʼu.

  10. Atos 23

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 13–26 de 35

    13Namoota afurtamaa oltu maree kana irratti hirmaate.

    25Innis akkana jedhee xalayaa tokko barreesse.

    26Qilaawudewoos Liisiiyaas irraa,Gara bulchaa kabajamaa, gara Feeliksi:Nagaa jirtaa.

  11. Gênesis 25

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 1–15 de 34

    1Ibraahimis niitii biraa kan maqaan ishee Qexuuraa jedhamu fuudhe.

    4Ilmaan Midiyaan Eefaa, Eefer, Henook, Abiidaa fi Eldaaʼaa turan. Warri kunneen hundi sanyiiwwan Qexuuraa ti.

    15Hadaad, Teemaa, Yexuur,Naafiishii fi Qeedmaa.

  12. Salmos 119

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 119
    Mostrando versículos 4–144 de 176

    4Akka Seerri kee amanamummaadhaaneegamuuf ati ajajjeerta.

    138Seerri ati kennite qajeelaa dha;guutummaattis amanamaa dha.

    144Seerri kee bara baraan qajeelaa dha;akka ani jiraadhuuf hubannaa naa kenni.ק Qoof

  13. Atos 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 15–21 de 26

    15Gidduma sana Phexros kaʼee amantoota gara 120 taʼan gidduu dhaabate.

    20Phexrosis akkana jedhe; "Kitaaba Zabuurii keessatti akkana jedhamee barreeffameeraatii:" ‘Qeʼeen isaa haa onu;namni keessa jiraatu tokko iyyuus hin hafin’1:20 Zab 69:25akkasumas" ‘Aangoo isaa namni biraa haa fudhatu.’1:20 Zab 109:8

    21Kanaaf warra yeroo gooftaa Iisaan nu gidduu baʼee galaa ture hundumaa nu wajjin turan keessaa nama tokko filachuun barbaachisaa dha;

  14. Salmos 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 1–7 de 9

    1Rabbii Allaah Gooftaa keenya,maqaan kee lafa hundatti akkam ulfina qabeessa!Ati ulfina keeshamaayʼuniiwwan irratti diriirsiteerta.

    4akka ati isaaf yaadduuf namni maali?Akka isaaf dhimmituuf ilmi namaa maali?

    7bushaayee fi loon hunda,bineensota bosonaas,

  15. Salmos 47

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 47
    Mostrando versículos 5–8 de 9

    5Allaahan ililleedhaan, Rabbii Allaahan sagaleemalakataatiin ol baʼe.

    7Allaahan Mootii lafa hundaa ti;Faarfannaa galataa hubannaadhaan faarfadhaa.

    8Allaahan saboota irratti Mootii dha;Allaahan teessoo isaa qulqulluu irra taaʼeera.

  16. Salmos 136

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 136
    Mostrando versículos 1–3 de 26

    1Rabbii Allaahaf galata galchaa; inni gaariidhaatii.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

    2Allaah waaqeffatamtootaatiif galata galchaa.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

    3Gooftaa Gooftotaatiif galata galchaa:Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo