Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Lucas 20

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 22–30 de 47

    22Qeesaariif gibira kaffaluun eeyyamameera moo hin eeyyamamne?"20:22 Qeesaariif gibira kaffaluun – Mootummaan Roomaa biyya isaanii qabachuu isaa Yihuudoonni hin beekan ture. Utuu Iisaan hin dhufin waggaa digdamii shaniin dura, sababii gibira kaffaluutiin mootummaa Roomaatti mormiin guddaan tokko kaʼee ture. Kanaaf gaaffiin kun gaaffii micciiramaa dha. Iisaan yoo kaffaltii gibiraa deeggare, fudhatama nama biratti qabu sana dhaba. Yoo kaffaltii gibiraa morme immoo dabarfamee abbootii aangoo mootummaatti kennama.

    27Saduuqota duʼaa kaʼuun hin jiru jedhan keessaa tokko tokko waa gaafachuuf jedhanii gara Iisaa dhufan;

    30Inni lammaffaan,

  2. 2 Timóteo 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 8–21 de 26

    8Iisaa Al-Masiihi isa warra duʼan keessaa kaafame, isa sanyii Daawud irraa dhalate yaadadhu. Kun injiila koo

    12nu yoo obsine,isa wajjin ni moona.Nu yoo isa ganne,innis nu gana.

    21Namni tokko yoo salphina kana irraa of qulqulleesse, inni miʼa ulfinaa kan qulqulleeffame, kan Gooftaa isaa fayyaduu fi kan hojii gaarii kam iyyuu hojjechuuf qopheeffame taʼa.

  3. Mateus 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 4–7 de 48

    4Warri gaddan eebbifamoo dha;jajjabina ni argatuutii.

    5Warri garraamiin eebbifamoo dha;lafa ni dhaaluutii.

    7Araara qabeeyyiin eebbifamoo dha;araara ni argatuutii.

  4. Deuteronômio 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 5–14 de 29

    5gadamsa, kuruphee, borofa, reʼee diidaa, waaliyaa, saalaa fi hoolaa tulluu.

    11Isin simbira qulqulluu kam iyyuu nyaachuu dandeessu.

    14arraagessa gosa garaa garaa,

  5. Lucas 15

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 5–30 de 32

    5Yommuu argatus gammadee gatiittii isaa irratti baatee,

    24Ilmi koo kun duʼee tureetii; amma immoo jireenyatti deebiʼeeraa. Badees ture; amma immoo argameera.’ Isaanis gammaduu jalqaban.

    30Garuu ilmi kee inni sagaagaltoota wajjin qabeenya kee balleesse kun deebiʼee manatti gallaan dibicha gabbataa qalteef!’

  6. Romanos 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 12–24 de 25

    12Kanaafuu seerri qulqulluu dha; ajajni sunis qulqulluu dha; qajeelaa dha; gaarii dhas.

    22Ani keessa namummaa kootti seera Allaahattin nan gammadaatii;

    24Ani nama gadadamaa akkamii ti! Dhagna duʼu kana jalaa eenyutu na baasa?

  7. Isaías 57

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 57
    Mostrando versículos 2–19 de 21

    2Namni qajeelummaadhaan jiraatu,gara nagaa seena;isaan siree isaanii irra boqotu.

    4Isin eenyutti qoostu?Eenyutti afaan banattu?Eenyuttis arraba baaftu?Isin ilmaan finciltootaa,sanyii sobdootaa mitii?

    19arraba boossuuwwan Israaʼel keessa jiraatanii irrattis galata nan uuma.Warra fagoo jiraataniif nagaan, warra dhiʼoo jiraataniifis nagaan haa taʼu.Anis isaan nan fayyisa" jedha Rabbii Allaahan.

  8. 2 Coríntios 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–17 de 18

    4Amantiin nu karaa Al-Masiihiin fuula Allaaha duratti qabnus kan akkanaa ti.

    8tajaajilli Hafuuraa immoo hammam caalaa ulfina haa qabaatuu ree?

    17Gooftaan Hafuura. Iddoo Hafuurri Gooftaa jiru immoo bilisummaatu jira.

  9. Jó 25

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 2–4 de 6

    2"Mootummaa fi sodaatamuun kan Allaaha ti;inni shamaayʼuniiwwan ol fagoo keessatti nagaa buusa.

    3Loltoonni isaa lakkaaʼamuu dandaʼuu?Ifni isaa eenyu irratti utuu hin baʼin hafa?

    4Yoos namni akkamitti fuula Allaaha duratti qajeelaa taʼuu dandaʼa ree?Namni dubartii irraa dhalate akkamitti qulqulluu taʼuu dandaʼa?

  10. Ezequiel 43

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 43
    Mostrando versículos 4–26 de 27

    4Ulfinni Rabbii Allaah sun karaa balbala gara baʼa biiftuutti garagaluun mana qulqullummaa seene.

    12"Seerri mana qulqullummaa kanaa dha: Lafti naannoo fiixee tulluu jiru hundi waan hunda caalaa qulqulluudhaa. Kun seera mana qulqullummaa ti.

    26Isaanis guyyaa torbaaf iddoo aarsaatiif araara buusanii isa qulqulleessuu qabu; akkasittis isa qulqulleessu.

  11. Gênesis 46

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 46
    Mostrando versículos 11–23 de 34

    11Ilmaan Lewwii:Geershoon, Qohaatii fi Meraarii.

    14Ilmaan Zebuuloon:Sered, Eeloonii fi Yahiliʼeel.

    23Ilmi Daan:Hushiimii dha.

  12. Deuteronômio 33

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 3–14 de 29

    3Dhugumaan situ saba jaallata;qulqulloonni hundinuu harka kee keessa jiru.Hundi isaanii miilla kee jalatti kufu;qajeelfamas sirraa argatu;

    6"Ruubeen haa jiraatu malee hin duʼin;yookaan baayʼinni namoota isaa hin xinnaatin."

    14midhaan filatamaa aduun biqilchituun,waan akka malee gaarii kan jiʼi kennuun,

  13. Eclesiastes 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–9 de 22

    2Dhalachuuf yeroo qaba; duʼuufis yeroo qaba;dhaabuuf yeroo qaba; buqqisuufis yeroo qaba;

    3ajjeesuuf yeroo qaba; fayyisuufis yeroo qaba;diiguuf yeroo qaba; ijaaruufis yeroo qaba;

    9Hojjetaan tokko dadhabbii isaa irraa buʼaa maalii argata?

  14. Jeremias 48

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 48
    Mostrando versículos 6–21 de 47

    6Baqadhaa! Lubbuu keessan baafadhaa;akka daggala gammoojjii keessaa taʼaa.

    14"Isin akkamiin ‘Nu gootota;nu waraana keessatti jajjaboo dha’ jechuu dandeessu?

    21Murtiin dirree ol kaʼaatti:Hooloonitti, Yaahizaa fi Meefiʼaatti,

  15. Josué 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 2–37 de 51

    2Kunis:Bersheebaa yookaan Shebaa, Molaadaa,

    3Hazar Shuuʼaal, Baalaa, Ezem,

    37Qaadesh, Edreyii, Een Haxoor,

  16. Josué 15

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 31–52 de 63

    31Siiqlaag, Madmaanaa, Saansaanaa,

    33Karaa sulula lixa biiftuutiin immoo:Eshitaaʼol, Zoraa, Ashinaa,

    52Araab, Duumaa, Eshiʼaan,

  17. Números 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 9–16 de 31

    9Buusiiwwan qulqulluun Israaʼeloonni lubatti fidan hundi kan isaa ti.

    12"Akkana jedhiitii saba Israaʼelitti dubbadhu: ‘Yoo niitiin nama kamii iyyuu karaa irraa baduudhaan isaaf amanamuu baattee

    16" ‘Lubichis ishee fidee fuula Rabbii Allaah dura ishee haa dhaabu.

  18. Neemias 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 2–27 de 39

    2Seraayaa, Azaariyaa, Ermiyaas,

    25Rehuum, Hashabnaa, Maʼaseyaa,

    27Maluuk, Haariimii fi Baʼanaa.

  19. Colossenses 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 14–17 de 29

    14nus isumaan furama, jechuunis dhiifama cubbuu arganneerra.

    15Inni fakkaattii Allaah hin mulʼanne sanaa ti; uumama hundaafis hangafa.

    17Inni waan hunda dura jira; wanni hundinuu isumaan wal qabatee dhaabata.

  20. 1 Coríntios 12

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 7–17 de 31

    7Mulʼanni Hafuura Qulqulluu garuu faayidaa waliitiif tokkoo tokkoo namaatiif kennama.

    9isa kaaniif Hafuuruma sanaan amantiitu kennama; isa kaaniif immoo Hafuuruma tokkicha sanaan kennaawwan warra dhukkubsatan fayyisuutu kennama;

    17Utuu dhagni guutumaatti ija taʼee jiraatee silaa dhagaʼuun eessa jira? Utuu dhagni guutumaatti gurra taʼee jiraatee silaa fuunfachuun eessa jira?

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo