1Fesxoosis biyya sana gaʼee guyyaa sadii booddee Qiisaariyaadhaa Yerusaalemitti ol baʼe;
12Fesxoosis erga gorsitoota isaa wajjin mariʼatee booddee, "Ati Qeesaaritti ol iyyatteerta; gara Qeesaar ni dhaqxa!" jedhe.
19Garuu isaan waaʼee amantaa isaaniitii fi waaʼee namicha duʼe kan Iisaa jedhamu isa Phaawulos immoo, ‘Inni jiraataa dha’ jedhee falmuu tokkoo irratti wal dhaban.