4 amantii isin Al-Masiihi Iisaatti qabdanii fi jaalala isin qulqulloota hundaaf qabdan sana dhageenyeerraatii; 5 kunis sababii abdii shamaayʼun keessatti isinii kuufame sanaatiif; isin waaʼee abdii kanaa duraanuu dubbii dhugaa, injiila keessatti dhageessaniirtu;
Publicidade