Pular para o conteúdo
Publicidade

Lallaba 1

4 Dhaloonni ni dhufa; dhaloonni ni darba;

lafti garuu bara baraan jiraatti.

5 Biiftuun ni baati; biiftuun ni lixxi;

gara baate sanatti deebiʼuufis ni ariifatti.

6 Bubbeen gara kibbaatti bubbisa;

gara kaabaattis ni deebiʼa;

innis naannaʼuma naannaʼee deema;

karaa isaa irras deddeebiʼa.

7 Lagni hundi galaanatti yaaʼa;

galaanni garuu hin guutu.

Lageen garuma dhufanitti

deebiʼanii yaaʼu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também