20 kan inni ittiin Al-Masiihii warra duʼan keessaa kaasee shamaayʼun irratti mirga ofii teessise sana mulʼisee dha; 21 isas ol aantummaa, taayitaa, humna, gooftummaa hundaa fi bara ammaa qofa utuu hin taʼin bara dhufuuf jiru keessa illee maqaa kennamu hundaa olitti mirga ofii teessise.