Pular para o conteúdo
Publicidade

Efésios 2

19 Kanaafuu isin siʼachi saba Allaaha wajjin lammii fi miseensota warra mana Allaaha jiraataniiti malee ormaa fi alagoota miti; 20 isin hundee ergamootaa fi nabiiʼiyyootaa irratti ijaaramtaniirtu; Al-Masiihi Iisaan ofii isaatii mataa dhagaa golee ti.

Veja também