Pular para o conteúdo
Publicidade

Fiiliphisiyuus 3

7 Garuu waan na fayyadaa ture amma Al-Masiihiif jedhee akka waan gatii hin qabneetti nan ilaala. 8 Dhugumaanuu sababii Gooftaa koo Al-Masiihi Iisaa isa waan hundumaa caalu sana beekuutiif ani waan hundumaa akka waan gatii hin qabneetti nan ilaala. Ani isaaf jedhee waan hundumaa dhabeera; Al-Masiihii argachuufis waan hundumaa akka kosiitti nan ilaala;

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Filipenses
Ver todos os capítulos de Filipenses