Pular para o conteúdo
Publicidade

Fiiliphisiyuus 3

8 Dhugumaanuu sababii Gooftaa koo Al-Masiihi Iisaa isa waan hundumaa caalu sana beekuutiif ani waan hundumaa akka waan gatii hin qabneetti nan ilaala. Ani isaaf jedhee waan hundumaa dhabeera; Al-Masiihii argachuufis waan hundumaa akka kosiitti nan ilaala;

Veja também

Filipenses
Ver todos os capítulos de Filipenses