16 Egaa Ibraahimii fi sanyii isaatiif waadaan galameera. Katabbiin Qulqulluun, akka waan nama hedduuf dubbatameetti, "Sanyiiwwan" hin jedhu; garuu akka waan nama tokkoof dubbatameetti, "Sanyii keetiif"3:16 Uma 12:7; 13:15; 24:7 jedha; innis Al-Masiihi.