Pular para o conteúdo
Publicidade

Nahimiyaa 2

17 Anis akkana isaaniin nan jedhe; "Isin rakkoo nu keessa jirru ni argitu; Yerusaalem diigamteerti; karrawwan ishees ibiddaan gubamaniiru. Kottaa nu akka siʼachi nama kolfaa hin taaneef dallaa Yerusaalem deebifnee ni ijaarraa." 18 Ani waaʼee harka Allaah koo kan narra jiru tolaa sanaa fi waan mootichi naan jedhe illee isaanitti nan hime.

Isaanis, "Kottaa kaanee deebisnee haa ijaarru" jedhanii deebisan. Kanaafuu isaan hojii gaarii kana jalqaban.

Veja também