20 Amalli Allaaha kan hin mulʼanne jechuunis humni isaa kan bara baraatii fi waaqeffamuun isaa uumama addunyaatii jalqabee wantoota uumaman irraa ifaan ifatti mulʼataatii; kanaafuu isaan waan itti qabatan hin qaban.