20 Inni amantii isaatti jabaachuun Allaahaf ulfina kenne malee amantii dhabuun waadaa Allaaha hin shakkine; 21 akka Allaahan waan waadaa gale raawwachuu dandaʼus guutumaan guutuutti hubateera.
Publicidade
Roomaa 4:20,21
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
20 እን አመንቲሳት ጀባቹን ዋቃፍ ኡልፍነ ኬኔ መሌ አመንቲ ዸቢሳን ዋዳ ዋቃ ህንሸክኔ፤ 21 አከ ዋቅን ዋን ዋዳ ገሌ ራወቹ ደንደኡስ ጉቱማን ጉቱት ሁበቴረ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
20 Inni amantii isaatti jabaachuun Waaqaaf ulfina kenne malee amantii dhabuun waadaa Waaqaa hin shakkine; 21 akka Waaqni waan waadaa gale raawwachuu dandaʼus guutumaan guutuutti hubateera.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.