6 Daawudis akka namni Allaahan qajeelummaa hojii malee argamu lakkaaʼuuf eebbifamaa taʼe yommuu dubbatu akkana jedha:
7 "Warri yakki isaanii dhiifameef,
kanneen cubbuun isaanii
haguugameef eebbifamoo dha.

6 ዳዊትስ አከ ነምን ዋቅን ቀጄሉማ ሆጂ መሌ አርገሙ ለካኡፍ ኤብፈማ ተኤ ዮሙ ዱበቱ አከነ ጄዸ፦
7 "ወር የክሳኒ ዺፈሜፍ፣
ከኔን ጩቡንሳኒ ሀጉገሜፍ
ኤብፈሞዸ።
6 Daawitis akka namni Waaqni qajeelummaa hojii malee argamu lakkaaʼuuf eebbifamaa taʼe yommuu dubbatu akkana jedha:
7 "Warri yakki isaanii dhiifameef,
kanneen cubbuun isaanii
haguugameef eebbifamoo dha.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.