Hafuura Jireenyaa
1 Egaa amma murtiin warra Al-Masiihii Iisaa keessa jiraatanitti muramu hin jiru; 2 seerri Hafuura jireenyaa karaa Al-Masiihii Iisaatiin seera cubbuutii fi seera duʼaa jalaa na bilisoomseeraatii.