Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 8

26 Akkasumas Hafuurri dadhabbii keenya irratti nu gargaara. Nu waan duʼaa gochuu qabnu hin beeknuutii; hafuurri mataan isaa garuu aaduu ibsamuu hin dandaʼamneen duʼaa nuuf godha. 27 Inni garaa keenya qoru sun yaada Hafuuraas ni beeka; Hafuurri akka fedhii Allaahatti qulqullootaaf duʼaa godhaatii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também