Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 8:33,34

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

33 Warra Allaahan filate eenyutu himata? Kan qajeelaa nama taasisu Allaah. 34 Kan itti muru eenyu? Al-Masiihii Iisaa isuma nuuf duʼee, kana caalaa immoo warra duʼan keessaa kaʼee mirga Allaaha jiruu fi duʼaa nuuf godhu sanaa dha.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    33 ወረ ዋቅን ፍለቴ ኤኙቱ ህመተ? ከን ቀጄላ ነመ ታስሱ ዋቀ። 34 ከን እት ሙሩ ኤኙ? ክርስቶስ ዬሱስ እሱመ ኑፍ ዱኤ፣ ከነ ጫላሞ ወረ ዱአን ኬሳ ከኤ ምርገ ዋቃ ጅሩፊ ኑፍ ከዸቱ ሰናዸ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    33 Warra Waaqni filate eenyutu himata? Kan qajeelaa nama taasisu Waaqa. 34 Kan itti muru eenyu? Kiristoos Yesuus isuma nuuf duʼee, kana caalaa immoo warra duʼan keessaa kaʼee mirga Waaqaa jiruu fi nuuf kadhatu sanaa dha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.