Publicidade

1 Coríntios 1

22 Yihuudoonni mallattoo fedhu; Giriikonni immoo ogummaa barbaadu; 23 nu garuu Al-Masiihii isa fannifame sana lallabna; innis Yihuudootatti gufuu dha; Namoota Ormaatiif immoo gowwummaa dha; 24 warra waamamaniif garuu Yihuudootaafis taʼu Giriikotaaf Al-Masiihiin humna Allaahatii fi ogummaa Allaaha ti.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-